Blog

Mobile Marketing

Mobile marketing targets portable devices such as smartphones and tablets to promote products and services. With over 6.6 billion smartphone users estimated in 2022, mobile marketing is one of the most effective ways to sell products and services digitally.           Mobile marketing uses text messages (SMS), Multimedia messaging, In application advertisements, and mobile websites. The …

Mobile Marketing Read More »

Agarsiisni maaliif rashalaa’a? (why events fail?)

Agarsiisni (event) addunyaa irratti yeroo fi waqtii kamittuu, hamma kamiinuu qophaa’uu danda’a. Gaa’iilaa fi sagantaawwan maatii irraa kaasee hanga sirna kabaja ayyaana biyyoolessaatti taateewwan akkuma humna isaaniitiin qophii barbaaduun isaanii amanamaadha. Haa ta’’u malee adunyaa irratti agarsiisonni maallaqaa fi humnaan baasiin guddaan itti bahe, akka yaaddametti milkaa’’uu dhabuudhaan kisaaraa guddaadhaaf yoo saaxilaman irra deddeebiidhaan muldhata. …

Agarsiisni maaliif rashalaa’a? (why events fail?) Read More »

ሁነቶች(Events) ለምን ይበላሻሉ? 

ሁነቶች(events) በየትኛውም የዓለም ክፍል ፣ በየትኛውም ጊዜ ወቅትና ሰዓት ፣ በየትኛውም መጠን ሊዘጋጁ ይችላሉ። አነስ ካሉ ሠርጎች እና ቤተሰባዊ ዝግጅቶች ጀምሮ እስከ ሃገር መሪዎች በዓለ ሲመት ድረስ ያሉ ክንውኖች በሙሉ እንደየመጠናቸው የሃሳብና የተግባር ዝግጅት መፈለጋቸው እሙን ነው። እንደዛም ሆኖ ግን ሰፊ የሃሳብ ፣ የተግባር እና የገንዘብ ዝግጅት የተደረገባቸው ሁነቶች(events) እንደታሰቡት ሳይሆኑ አዘጋጁን ለኪሳራ እና ቁጭት …

ሁነቶች(Events) ለምን ይበላሻሉ?  Read More »

Faayidaan Weebsaayitii gaarii qabaachuu maali?

Yeroo ammaa kana adunyaan harka keenyarratti kan argamtu yommuu ta’u, odeeffannoon immoo fixxee qubbiin keenyaa irratti argama. Kanaaf immoo ibsi biroo hin barbaachisu. Namootaan walqunnamuu fi odeeffannoo adda addaa wal-jijjiiruuf intarneetiin ga’uumsaa fi saffisa guddaa qaba. Akkuma beekkamu namoonni hedduun irra-guddaa yeroo isaanii intarneeta irratti dabarsu. Sababni isaatis oomisha bitachuu, tajaajila argachuu, maxxansa adda addaa …

Faayidaan Weebsaayitii gaarii qabaachuu maali? Read More »