wafa marketing and promotion mobile marketing

 Daldala Mobaayilaa

Daldalli mobaayilaa oomishaa fi tajaajila dhiyeessuuf karaa meeshaa socho’aa akka bilbila ismaartii fi taabileetiiwwaniitti dhimma baha. Bara 2015 kanatti namoonni biiliyoona 6.6 ol ta’an bilbila ismaartii fayyadamu jedhamee eeggama. Kana jechuun omishaa fi tajaajila karaa dijitaalaatiin kennamuuf hordoffii fi too’annaa taasisuun bu’aa quubsaa akka fidu taasisuun ni danda’ama.             Daldala dijitaalaa karaa ergaa gabaabaa (SMS), …

 Daldala Mobaayilaa Read More »